caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 80

Medina · revelation order 112 · 5:80

تَرَىٰ كَثِيرًا مِّنْهُمْ يَتَوَلَّوْنَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لَبِئْسَ مَا قَدَّمَتْ لَهُمْ أَنفُسُهُمْ أَن سَخِطَ ٱللَّهُ عَلَيْهِمْ وَفِى ٱلْعَذَابِ هُمْ خَٰلِدُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborHedduu isaan irraa ta’e kan warra kafaran jaalallee godhatan argita. Rabbiin isaan irratti waan dallaneef wanti lubbuun isaanii isaaniif dabarsite waa fokkate! Isaan adabbii keessattis hafoodha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70