وَقَالَتِ ٱلْيَهُودُ وَٱلنَّصَٰرَىٰ نَحْنُ أَبْنَٰٓؤُا۟ ٱللَّهِ وَأَحِبَّٰٓؤُهُۥ قُلْ فَلِمَ يُعَذِّبُكُم بِذُنُوبِكُم بَلْ أَنتُم بَشَرٌ مِّمَّنْ خَلَقَ يَغْفِرُ لِمَن يَشَآءُ وَيُعَذِّبُ مَن يَشَآءُ وَلِلَّهِ مُلْكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا وَإِلَيْهِ ٱلْمَصِيرُ
Oromo Translation - Gali AbaborYahuudonniifi Kiristaanonni "nuti ilmaan Rabbiitiifi jaalalleewwan Isaati" jedhan. (Ati) jedhi: " maaliif badiilee keessaniin isin adaba? Dhugumatti isin nama Inni uume irraayi. (Inni) nama fedheef ni araarama; nama fedhe immoo ni adaba. Mootummaan samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaanii kan Rabbiiti. Deebiin garuma Isaatti" (jedhi).