caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 114

Medina · revelation order 112 · 5:114

قَالَ عِيسَى ٱبْنُ مَرْيَمَ ٱللَّهُمَّ رَبَّنَآ أَنزِلْ عَلَيْنَا مَآئِدَةً مِّنَ ٱلسَّمَآءِ تَكُونُ لَنَا عِيدًا لِّأَوَّلِنَا وَءَاخِرِنَا وَءَايَةً مِّنكَ وَٱرْزُقْنَا وَأَنتَ خَيْرُ ٱلرَّٰزِقِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIisaa Ilma Maryam ni jedhe: "Yaa Allaah! Gooftaa keenya! samii irraa maaddii nurratti buusi, tan ayyaana (guyyaa gammachuu) nuuf taatu, dura keenyaafii booda keenyaafis, tan mallattoo sirraa (buute) nuuf taatu, nu soori. Ati caalaa warra rizqii kennuuti."
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70