قَالَ ٱللَّهُ إِنِّى مُنَزِّلُهَا عَلَيْكُمْ فَمَن يَكْفُرْ بَعْدُ مِنكُمْ فَإِنِّىٓ أُعَذِّبُهُۥ عَذَابًا لَّآ أُعَذِّبُهُۥٓ أَحَدًا مِّنَ ٱلْعَٰلَمِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin ni jedhe: "Ani ishee isinirratti buusaadha. Isin irraa namni san booda kafare, Ani adabbii aalama irraa tokkollee hin adabnen isa adaba."