فَلَمَّا كَشَفْنَا عَنْهُمُ ٱلْعَذَابَ إِذَا هُمْ يَنكُثُونَ Oromo Translation - Gali AbaborYeroo adabbii isaan irraa saaqnu yoggusuma isaan waadaa diigan.