caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ash-Shura, Verse 40

Mecca · revelation order 62 · 42:40

وَجَزَٰٓؤُا۟ سَيِّئَةٍ سَيِّئَةٌ مِّثْلُهَا فَمَنْ عَفَا وَأَصْلَحَ فَأَجْرُهُۥ عَلَى ٱللَّهِ إِنَّهُۥ لَا يُحِبُّ ٱلظَّٰلِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborGalanni hamtuu hamtuma akka isheeti. Namni dhiifama godhee, (hariiroos) tolche galanni isaa Rabbi irra jira. Inni (Allaahn) miidhaa hojjattoota hin jaallatu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70