أَوْ يُوبِقْهُنَّ بِمَا كَسَبُوا۟ وَيَعْفُ عَن كَثِيرٍ Oromo Translation - Gali AbaborYookiin waan isaan hojjataniin isaan balleessa; baay’ee irraa dhiifama godha.