caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ash-Shura, Verse 16

Mecca · revelation order 62 · 42:16

وَٱلَّذِينَ يُحَآجُّونَ فِى ٱللَّهِ مِنۢ بَعْدِ مَا ٱسْتُجِيبَ لَهُۥ حُجَّتُهُمْ دَاحِضَةٌ عِندَ رَبِّهِمْ وَعَلَيْهِمْ غَضَبٌ وَلَهُمْ عَذَابٌ شَدِيدٌ

Oromo Translation - Gali AbaborWarri (diin) Rabbii keessatti falman erga Isaaf (Rabbiif) owwaatamee booda, ragaan isaanii Gooftaa isaanii biratti kuftuudha. Dallansuun (Rabbii) isaan irratti tahaadha; adabbiin cimaanis isaaniif jira
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70