caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 83

Mecca · revelation order 60 · 40:83

فَلَمَّا جَآءَتْهُمْ رُسُلُهُم بِٱلْبَيِّنَٰتِ فَرِحُوا۟ بِمَا عِندَهُم مِّنَ ٱلْعِلْمِ وَحَاقَ بِهِم مَّا كَانُوا۟ بِهِۦ يَسْتَهْزِءُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo ergamtoonni isaanii ragaalee ifa ta’aniin isaanitti dhufan, beekumsa irraa waan isaan bira jirutti gammadanii (boonan). Wanti isaan itti qishnaa turan isaanitti qubate.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70