caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 82

Mecca · revelation order 60 · 40:82

أَفَلَمْ يَسِيرُوا۟ فِى ٱلْأَرْضِ فَيَنظُرُوا۟ كَيْفَ كَانَ عَٰقِبَةُ ٱلَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ كَانُوٓا۟ أَكْثَرَ مِنْهُمْ وَأَشَدَّ قُوَّةً وَءَاثَارًا فِى ٱلْأَرْضِ فَمَآ أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا۟ يَكْسِبُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila dachii keessa deemanii, booddeen warra isaan duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Isaan irra bay’ee, humnaanis irra ciccimoo, dachii keessatti faana dhiisuunis isaan caalu turan. wanti isaan dachii keessatti hojjachaa turan (adabbii) irraa isaan hin duroomsine.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70