caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 80

Mecca · revelation order 60 · 40:80

وَلَكُمْ فِيهَا مَنَٰفِعُ وَلِتَبْلُغُوا۟ عَلَيْهَا حَاجَةً فِى صُدُورِكُمْ وَعَلَيْهَا وَعَلَى ٱلْفُلْكِ تُحْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsiniif isaan keessa bu’aa adda addaatu jira. Akka dhimmoota qomoota keessan keessatti yaaddan ittiin bakkaan ga’attaniif (isinii uume). isaan irrattiifi dooniiwwan irratti baadhatamtanii (dachiifi bishaan keesa adeemtu).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70