caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 35

Mecca · revelation order 60 · 40:35

ٱلَّذِينَ يُجَٰدِلُونَ فِىٓ ءَايَٰتِ ٱللَّهِ بِغَيْرِ سُلْطَٰنٍ أَتَىٰهُمْ كَبُرَ مَقْتًا عِندَ ٱللَّهِ وَعِندَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ كَذَٰلِكَ يَطْبَعُ ٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ قَلْبِ مُتَكَبِّرٍ جَبَّارٍ

Oromo Translation - Gali Ababor(Isaan) warra keeyyattoota Rabbii keessatti, ragaan isaanitti dhufuun maletti falmaniidha; jibbaan (isaanii) Rabbi birattiifi isaan amanan birattis guddate! Akka kanatti Rabbiin (onnee) warra boonaa, of tuulaa hunda irratti cufa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70