caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 34

Mecca · revelation order 60 · 40:34

وَلَقَدْ جَآءَكُمْ يُوسُفُ مِن قَبْلُ بِٱلْبَيِّنَٰتِ فَمَا زِلْتُمْ فِى شَكٍّ مِّمَّا جَآءَكُم بِهِۦ حَتَّىٰٓ إِذَا هَلَكَ قُلْتُمْ لَن يَبْعَثَ ٱللَّهُ مِنۢ بَعْدِهِۦ رَسُولًا كَذَٰلِكَ يُضِلُّ ٱللَّهُ مَنْ هُوَ مُسْرِفٌ مُّرْتَابٌ

Oromo Translation - Gali AbaborYuusuf kana dura ragaawwan ifa ta’aniin isinitti dhufee ture. Isin waan inni isinittiin dhufe irraa shakkii keessa ta’uu irraa hin deemne. hanga inni du’etti “Rabbiin isa booda ergamaa hin ergu” jettan. Akka kanatti Rabbiin nama daangaa dabraa, shakkaa ta’e jallisa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70