فَأُو۟لَٰٓئِكَ عَسَى ٱللَّهُ أَن يَعْفُوَ عَنْهُمْ وَكَانَ ٱللَّهُ عَفُوًّا غَفُورًا
Oromo Translation - Gali AbaborWarra kana Rabbiin irra isaaniif dabruun nikajeelama. Rabbiin akkaan irra dabraa, akkaan araaramaa ta'eera.
فَأُو۟لَٰٓئِكَ عَسَى ٱللَّهُ أَن يَعْفُوَ عَنْهُمْ وَكَانَ ٱللَّهُ عَفُوًّا غَفُورًا