caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 100

Medina · revelation order 92 · 4:100

وَمَن يُهَاجِرْ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِ يَجِدْ فِى ٱلْأَرْضِ مُرَٰغَمًا كَثِيرًا وَسَعَةً وَمَن يَخْرُجْ مِنۢ بَيْتِهِۦ مُهَاجِرًا إِلَى ٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦ ثُمَّ يُدْرِكْهُ ٱلْمَوْتُ فَقَدْ وَقَعَ أَجْرُهُۥ عَلَى ٱللَّهِ وَكَانَ ٱللَّهُ غَفُورًا رَّحِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborNamni karaa Rabbii keessatti godaane, dachii keessatti iddoo godaansaa hedduufi bal'ina argata. Namni mana isaa irraa gara Rabbiitiifi ergamaa Isaa godaanuuf ba’ee ergasii duuti isa dhaqqabe, dhugumatti mindaan isaa Rabbiratti isaa mirkanaa’e, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta'eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70