caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 21

Medina · revelation order 92 · 4:21

وَكَيْفَ تَأْخُذُونَهُۥ وَقَدْ أَفْضَىٰ بَعْضُكُمْ إِلَىٰ بَعْضٍ وَأَخَذْنَ مِنكُم مِّيثَٰقًا غَلِيظًا

Oromo Translation - Gali AbaborSila akkamitti isa (mahrii isheef kennitan) fudhattu? bifa gariin keessan gara garii ga'ee jiruun kan isaanis isin irraa waadaa jabaafi ulfaataa fudhatanii jiranuun.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70