لَّا يُحِبُّ ٱللَّهُ ٱلْجَهْرَ بِٱلسُّوٓءِ مِنَ ٱلْقَوْلِ إِلَّا مَن ظُلِمَ وَكَانَ ٱللَّهُ سَمِيعًا عَلِيمًا
Oromo Translation - Gali AbaborYoo nama miidhame ta’e malee Rabbiin jecha irraa hamaa ifa baasuu hin jaalatu. Rabbiinis dhagayaa, beekaa ta'eera.