قَالَ فَبِعِزَّتِكَ لَأُغْوِيَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ Oromo Translation - Gali Ababor(Ibliis) ni jedhe: “jabeenya keetiin kakadhee! Isaan hunda nan jallisa.