caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yaseen, Verse 12

Mecca · revelation order 41 · 36:12

إِنَّا نَحْنُ نُحْىِ ٱلْمَوْتَىٰ وَنَكْتُبُ مَا قَدَّمُوا۟ وَءَاثَٰرَهُمْ وَكُلَّ شَىْءٍ أَحْصَيْنَٰهُ فِىٓ إِمَامٍ مُّبِينٍ

Oromo Translation - Gali AbaborNuti numatu du’aa jiraachifna. Waan isaan hojjatanii dabarsaniifi hambaalee isaanii ni barreessina. Waan hundayyuu kitaaba ifa bahaa keessatti galmeessinee jirra.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70