caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Faatir, Verse 45

Mecca · revelation order 43 · 35:45

وَلَوْ يُؤَاخِذُ ٱللَّهُ ٱلنَّاسَ بِمَا كَسَبُوا۟ مَا تَرَكَ عَلَىٰ ظَهْرِهَا مِن دَآبَّةٍ وَلَٰكِن يُؤَخِّرُهُمْ إِلَىٰٓ أَجَلٍ مُّسَمًّى فَإِذَا جَآءَ أَجَلُهُمْ فَإِنَّ ٱللَّهَ كَانَ بِعِبَادِهِۦ بَصِيرًۢا

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin odoo namoota waan isaan hojjataniif qabee dugda ishee (dachii) irratti lubbu qabeeyyii tokkoyyuu hin dhiisu ture. Garuu hanga yeroo beekamaatti isaan tursiisa. Yeroon isaanii hoggaa dhufe (mindeessa) Rabbiin gabroota isaa argaa ta’eera
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70