caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 23

Mecca · revelation order 58 · 34:23

وَلَا تَنفَعُ ٱلشَّفَٰعَةُ عِندَهُۥٓ إِلَّا لِمَنْ أَذِنَ لَهُۥ حَتَّىٰٓ إِذَا فُزِّعَ عَن قُلُوبِهِمْ قَالُوا۟ مَاذَا قَالَ رَبُّكُمْ قَالُوا۟ ٱلْحَقَّ وَهُوَ ٱلْعَلِىُّ ٱلْكَبِيرُ

Oromo Translation - Gali AbaborManguddummaan Isa (Rabbiin) biratti nama Inni isaaf hayyame malee hin fayyaddu. Yeroo onneewwan isaanii (manguddootaa) irraa sodaan deeme “Rabbiin keessan maal jedhe?” jedhanii (gaafatu). “Dhugaa (jedhe); Innis ol ta’aa, guddaadha” jedhu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70