caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 22

Mecca · revelation order 58 · 34:22

قُلِ ٱدْعُوا۟ ٱلَّذِينَ زَعَمْتُم مِّن دُونِ ٱللَّهِ لَا يَمْلِكُونَ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَلَا فِى ٱلْأَرْضِ وَمَا لَهُمْ فِيهِمَا مِن شِرْكٍ وَمَا لَهُۥ مِنْهُم مِّن ظَهِيرٍ

Oromo Translation - Gali Ababor(Yaa Muhammad!) “mee isaan Rabbiin ala (gooftoleedha) jettan sana waammadhaa, Samiileefi dachii keessatti waan hanga ulfina atomiillee hin qaban. Isaan lamaan (samiifi dachii) keessattis qoodni isaaniif hin jiru. Isaaf (Rabbiif) gargaaraan isaan irraa ta’e tokkollee hin jiru.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70