caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 19

Mecca · revelation order 58 · 34:19

فَقَالُوا۟ رَبَّنَا بَٰعِدْ بَيْنَ أَسْفَارِنَا وَظَلَمُوٓا۟ أَنفُسَهُمْ فَجَعَلْنَٰهُمْ أَحَادِيثَ وَمَزَّقْنَٰهُمْ كُلَّ مُمَزَّقٍ إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَٰتٍ لِّكُلِّ صَبَّارٍ شَكُورٍ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaanis “Yaa gooftaa keenya! Gidduu deemsa (karaa) keenyaa addaan fageessi” jedhan. Lubbuulee isaanii miidhan, oduuwwan isaan taasifnee, bittinneessuu guutuu isaan bittinneessine. sana keessa namoota akkaan obsaniifi akkaan Rabbiin galatoomfatan hundaaf mallattooleetu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70