caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 181

Medina · revelation order 89 · 3:181

لَّقَدْ سَمِعَ ٱللَّهُ قَوْلَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ فَقِيرٌ وَنَحْنُ أَغْنِيَآءُ سَنَكْتُبُ مَا قَالُوا۟ وَقَتْلَهُمُ ٱلْأَنۢبِيَآءَ بِغَيْرِ حَقٍّ وَنَقُولُ ذُوقُوا۟ عَذَابَ ٱلْحَرِيقِ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti Rabbiin jecha warra “Rabbiin hiyyeessa; nuti dureeyyiidha” jedhanii dhagayeera. Waan isaan jedhaniifi ajjeechaa isaan nabiyyoota irratti haqaan ala raawwatanis ni barreessina. “Adaba (ibidda) gubaa dhandhamaa” isaaniin jenna.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70