وَلَا يَحْزُنكَ ٱلَّذِينَ يُسَٰرِعُونَ فِى ٱلْكُفْرِ إِنَّهُمْ لَن يَضُرُّوا۟ ٱللَّهَ شَيْـًٔا يُرِيدُ ٱللَّهُ أَلَّا يَجْعَلَ لَهُمْ حَظًّا فِى ٱلْـَٔاخِرَةِ وَلَهُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan kufrii keessatti ariifatan si hin gaddisiisin. Isaan Rabbiin homaa hin miidhanu. Rabbiin akka isaaniif Aakhiratti qooda homaatuu hin taasifne fedha. Isaaniif azaaba guddaatu jira.