وَوَرِثَ سُلَيْمَٰنُ دَاوُۥدَ وَقَالَ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ عُلِّمْنَا مَنطِقَ ٱلطَّيْرِ وَأُوتِينَا مِن كُلِّ شَىْءٍ إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ ٱلْفَضْلُ ٱلْمُبِينُ
Oromo Translation - Gali AbaborSuleeymaan Daawuudiin ni dhaale, Ni jedhe: “isin Yaa ilmaan namaa! Qooqa simbiraa barsiifamneerra. Wanhundarraa kennamnee jira. dhugumatti kun tola ifa bahaadha.”