caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Furqaan, Verse 7

Mecca · revelation order 42 · 25:7

وَقَالُوا۟ مَالِ هَٰذَا ٱلرَّسُولِ يَأْكُلُ ٱلطَّعَامَ وَيَمْشِى فِى ٱلْأَسْوَاقِ لَوْلَآ أُنزِلَ إِلَيْهِ مَلَكٌ فَيَكُونَ مَعَهُۥ نَذِيرًا

Oromo Translation - Gali AbaborNijedhan “ergamaa kana maaltu isaaf tahe kan nyaata nyaatu kan magaalota keessa adeemu? Sila maaliif maleykaan gara isaa buufamee isaa wajjin dinniinaa hin taane”.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70