لَا تَجْـَٔرُوا۟ ٱلْيَوْمَ إِنَّكُم مِّنَّا لَا تُنصَرُونَ Oromo Translation - Gali AbaborHar’a hin iyyinaa, isin Nu irraa tumsa hin argattanu (isaaniin jedhama).