caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Hajj, Verse 47

Medina · revelation order 103 · 22:47

وَيَسْتَعْجِلُونَكَ بِٱلْعَذَابِ وَلَن يُخْلِفَ ٱللَّهُ وَعْدَهُۥ وَإِنَّ يَوْمًا عِندَ رَبِّكَ كَأَلْفِ سَنَةٍ مِّمَّا تَعُدُّونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAdabatti si jarjarfatu, Rabbiin waadaa Isaa hin diigu, Dhugumatti, guyyaan tokko Rabbii kee biratti akka waggaa kumaati waan isin lakkooftan irraa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70