caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 74

Medina · revelation order 87 · 2:74

ثُمَّ قَسَتْ قُلُوبُكُم مِّنۢ بَعْدِ ذَٰلِكَ فَهِىَ كَٱلْحِجَارَةِ أَوْ أَشَدُّ قَسْوَةً وَإِنَّ مِنَ ٱلْحِجَارَةِ لَمَا يَتَفَجَّرُ مِنْهُ ٱلْأَنْهَٰرُ وَإِنَّ مِنْهَا لَمَا يَشَّقَّقُ فَيَخْرُجُ مِنْهُ ٱلْمَآءُ وَإِنَّ مِنْهَا لَمَا يَهْبِطُ مِنْ خَشْيَةِ ٱللَّهِ وَمَا ٱللَّهُ بِغَٰفِلٍ عَمَّا تَعْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborErgasii san booda onneewwan keessan ni gogde, Isheen [gogiinsa keessatti] akkuma dhagaati; yookiin goginaan ni caalti, Dhugumatti dhagoota irraa kan laggeen isarraa maddantu jiru, ishee (dhagoota) irraa kan dhodhooyee bishaan isa irraa ba’us ni jira, Ammas isaan irraa kan sodaa Rabbii irraa ka'ee gadi kufutu jira, Rabbiin waan isin dalagdan irraa dagataa miti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70