caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 222

Medina · revelation order 87 · 2:222

وَيَسْـَٔلُونَكَ عَنِ ٱلْمَحِيضِ قُلْ هُوَ أَذًى فَٱعْتَزِلُوا۟ ٱلنِّسَآءَ فِى ٱلْمَحِيضِ وَلَا تَقْرَبُوهُنَّ حَتَّىٰ يَطْهُرْنَ فَإِذَا تَطَهَّرْنَ فَأْتُوهُنَّ مِنْ حَيْثُ أَمَرَكُمُ ٱللَّهُ إِنَّ ٱللَّهَ يُحِبُّ ٱلتَّوَّٰبِينَ وَيُحِبُّ ٱلْمُتَطَهِّرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhiiga laguu (haydii) irraas si gaafatu jedhi Inni (iddoon isaa) xuriidha; kanaafuu yeroo dhiiga xurii keessa dubartoota irraa fagaadhaa. Hanga isaan qulqullaa’anittis isaanitti hin dhihaatinaa. Yeroo isaan qulqulleeffatan, bakka Rabbiin isin ajajeeniin isaan bira dhaqaa. Dhugumatti Rabbiin warra gara Isaa tawbataniifi qulqulleeffatan ni jaalata.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70