سَلْ بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ كَمْ ءَاتَيْنَٰهُم مِّنْ ءَايَةٍۭ بَيِّنَةٍ وَمَن يُبَدِّلْ نِعْمَةَ ٱللَّهِ مِنۢ بَعْدِ مَا جَآءَتْهُ فَإِنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلْعِقَابِ
Oromo Translation - Gali AbaborIlmaan israaiil gaafadhu Mallattoolee ifa ta’an meeqaatama akka isaaniif kennine. Namni erga isatti dhuftee booda ni’imaa Rabbii jijjiire (adaba cimaatu isa mudata). Dhugumatti Rabbiin irra cimaa adabaati.