caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 200

Medina · revelation order 87 · 2:200

فَإِذَا قَضَيْتُم مَّنَٰسِكَكُمْ فَٱذْكُرُوا۟ ٱللَّهَ كَذِكْرِكُمْ ءَابَآءَكُمْ أَوْ أَشَدَّ ذِكْرًا فَمِنَ ٱلنَّاسِ مَن يَقُولُ رَبَّنَآ ءَاتِنَا فِى ٱلدُّنْيَا وَمَا لَهُۥ فِى ٱلْـَٔاخِرَةِ مِنْ خَلَٰقٍ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo hojii hajjii raawwattan, akkuma abbootii keessan faarsitanitti yookiin faaruu sana caalu Rabbiin zakkaraa, Namoota irraa kan “yaa Rabbii keenya addunyaa irratti (gaarii) nuuf kenni” jedhutu jira. Akhiratti qoonni wahiitu isaaf hintaane.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70