ذَٰلِكَ بِأَنَّ ٱللَّهَ نَزَّلَ ٱلْكِتَٰبَ بِٱلْحَقِّ وَإِنَّ ٱلَّذِينَ ٱخْتَلَفُوا۟ فِى ٱلْكِتَٰبِ لَفِى شِقَاقٍۭ بَعِيدٍ
Oromo Translation - Gali Ababor(Adabbiin) Sun sababa Rabbiin kitaaba dhugaan buusee (isaan itti kafaraniifi), warri kitaaba keessatti wal dhaban wal diddaa (haqarraa) fagoo keessatti ta’an.