يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ كُلُوا۟ مِمَّا فِى ٱلْأَرْضِ حَلَٰلًا طَيِّبًا وَلَا تَتَّبِعُوا۟ خُطُوَٰتِ ٱلشَّيْطَٰنِ إِنَّهُۥ لَكُمْ عَدُوٌّ مُّبِينٌ
Oromo Translation - Gali AbaborisinYaa namootaa! Waan dachii keessa jiru irraa halaala gaarii ta’e nyaadhaa,Tarkaanfiilee sheyxaanaa hin hordofinaa, Dhugumatti, inni isiniif diina ifa bahaadha.