خَٰلِدِينَ فِيهَا لَا يُخَفَّفُ عَنْهُمُ ٱلْعَذَابُ وَلَا هُمْ يُنظَرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsii keessa yeroo hunda jiraatu, adabbiin isaan irraa hin salphifamu, Baallamnis isaaniif hin kennamu.
خَٰلِدِينَ فِيهَا لَا يُخَفَّفُ عَنْهُمُ ٱلْعَذَابُ وَلَا هُمْ يُنظَرُونَ