ٱلْحَقُّ مِن رَّبِّكَ فَلَا تَكُونَنَّ مِنَ ٱلْمُمْتَرِينَ Oromo Translation - Gali AbaborDhugaan Gooftaa kee irraayi, Kanaafuu warra shakkan irraa hin ta’in.