caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 135

Medina · revelation order 87 · 2:135

وَقَالُوا۟ كُونُوا۟ هُودًا أَوْ نَصَٰرَىٰ تَهْتَدُوا۟ قُلْ بَلْ مِلَّةَ إِبْرَٰهِـۧمَ حَنِيفًا وَمَا كَانَ مِنَ ٱلْمُشْرِكِينَ

Oromo Translation - Gali Ababor"Ni qajeeltuu Yahuudaa yookiin Kiristaanota ta’aa" jedhan, "Dhugaatti karaa Ibraahiim isa qajeelaa ta’e (hordofna); Inni mushrikoota irraa hin taane" jedhi.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70