caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Maryam, Verse 49

Mecca · revelation order 44 · 19:49

فَلَمَّا ٱعْتَزَلَهُمْ وَمَا يَعْبُدُونَ مِن دُونِ ٱللَّهِ وَهَبْنَا لَهُۥٓ إِسْحَٰقَ وَيَعْقُوبَ وَكُلًّا جَعَلْنَا نَبِيًّا

Oromo Translation - Gali AbaborYeroma inni isaaniifi waan isaan Rabbii gaditti gabbaran irraa fagaatu, Isihaaqiifi Ya’aquubiin isaaf kennine, Hunda isaanii nabiyyii taasifne.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70