أَوَلَمْ يَرَوْا۟ أَنَّ ٱللَّهَ ٱلَّذِى خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضَ قَادِرٌ عَلَىٰٓ أَن يَخْلُقَ مِثْلَهُمْ وَجَعَلَ لَهُمْ أَجَلًا لَّا رَيْبَ فِيهِ فَأَبَى ٱلظَّٰلِمُونَ إِلَّا كُفُورًا
Oromo Translation - Gali AbaborSila isaan hin ilaallee (hinbeeynee) akka Rabbiin inni samiifi dachii uume fakkaataa isaanii uumuu irratti danda’aa ta’ee. beellama isa keessa shakkiin hin jirre isaaniif taasise. Miidhaa dalagdoonni (Rabbitti) kafaruu malee ni didan.