caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 98

Mecca · revelation order 50 · 17:98

ذَٰلِكَ جَزَآؤُهُم بِأَنَّهُمْ كَفَرُوا۟ بِـَٔايَٰتِنَا وَقَالُوٓا۟ أَءِذَا كُنَّا عِظَٰمًا وَرُفَٰتًا أَءِنَّا لَمَبْعُوثُونَ خَلْقًا جَدِيدًا

Oromo Translation - Gali Ababorkun mindaa isaaniiti. Waan isaan keeyyattoota keenyatti kafaraniif. nijedhan “sila yeroo lafeefi biyyee taane, nuti uumama haara’a taanee kaafamoodhaa?”
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70