caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 42

Mecca · revelation order 50 · 17:42

قُل لَّوْ كَانَ مَعَهُۥٓ ءَالِهَةٌ كَمَا يَقُولُونَ إِذًا لَّٱبْتَغَوْا۟ إِلَىٰ ذِى ٱلْعَرْشِ سَبِيلًا

Oromo Translation - Gali AbaborJedhi: “Odoo akka isaan jedhan Isa waliin gabbaramtoonni biraa jiraatanii, silaa gara abbaa Arshiitti karaa barbaaddatu turan”.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70