وَأَوْفُوا۟ ٱلْكَيْلَ إِذَا كِلْتُمْ وَزِنُوا۟ بِٱلْقِسْطَاسِ ٱلْمُسْتَقِيمِ ذَٰلِكَ خَيْرٌ وَأَحْسَنُ تَأْوِيلًا
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo safartanis safara guutaa. Madaala qajeelaa ta’eenis madaalaa. Kun waan gaariidha; booddeen isaas bareedaadha.