caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 101

Mecca · revelation order 50 · 17:101

وَلَقَدْ ءَاتَيْنَا مُوسَىٰ تِسْعَ ءَايَٰتٍۭ بَيِّنَٰتٍ فَسْـَٔلْ بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ إِذْ جَآءَهُمْ فَقَالَ لَهُۥ فِرْعَوْنُ إِنِّى لَأَظُنُّكَ يَٰمُوسَىٰ مَسْحُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Muusaaf mallattoolee ifa ta’an sagal kennineefii jirra. Ilmaan Israa’iil gaafadhu yeroo inni isaanitti dhufe Fir’awni “yaa Muusaa! Ani dhugumatti sihriin qabamaa ta’uun si yaada” isaan jedhe.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70