caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 89

Mecca · revelation order 70 · 16:89

وَيَوْمَ نَبْعَثُ فِى كُلِّ أُمَّةٍ شَهِيدًا عَلَيْهِم مِّنْ أَنفُسِهِمْ وَجِئْنَا بِكَ شَهِيدًا عَلَىٰ هَٰٓؤُلَآءِ وَنَزَّلْنَا عَلَيْكَ ٱلْكِتَٰبَ تِبْيَٰنًا لِّكُلِّ شَىْءٍ وَهُدًى وَرَحْمَةً وَبُشْرَىٰ لِلْمُسْلِمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa Nuti ummata hunda keessatti lubbuma isaanii irraa ragaa isaan irratti baafnuufi sis (yaa Muhammad SAW) isaan kana irratti ragaa goonee si fidnu [yaadadhu]. Kitaaba (Qur’aana) sirratti buufne, Waan hunda addeessuuf jecha, Muslimootaaf qajeeluma, rahmataafi gammachuu goonee.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70