caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 36

Mecca · revelation order 70 · 16:36

وَلَقَدْ بَعَثْنَا فِى كُلِّ أُمَّةٍ رَّسُولًا أَنِ ٱعْبُدُوا۟ ٱللَّهَ وَٱجْتَنِبُوا۟ ٱلطَّٰغُوتَ فَمِنْهُم مَّنْ هَدَى ٱللَّهُ وَمِنْهُم مَّنْ حَقَّتْ عَلَيْهِ ٱلضَّلَٰلَةُ فَسِيرُوا۟ فِى ٱلْأَرْضِ فَٱنظُرُوا۟ كَيْفَ كَانَ عَٰقِبَةُ ٱلْمُكَذِّبِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Nuti ummata hunda keessatti ergamaa erginee jirra “Rabbiin gabbaraa; taabota (gabbaruu) irraas fagaadhaa” (jechuun). Isaan irraa nama Rabbiin isa qajeelchetu jira. Ammas isaan irraa nama jallinni isa irratti mirkanaa’etu jira. Dachii keessa deemaatii booddeen sobsiiftotaa akkam akka ta’e ilaalaa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70