أَمْوَٰتٌ غَيْرُ أَحْيَآءٍ وَمَا يَشْعُرُونَ أَيَّانَ يُبْعَثُونَ Oromo Translation - Gali Ababor(Isaan) du’aawwan jiraataa hin taaneedha. Yoom akka kaafamaniis hin beekanu.