وَإِنْ عَاقَبْتُمْ فَعَاقِبُوا۟ بِمِثْلِ مَا عُوقِبْتُم بِهِۦ وَلَئِن صَبَرْتُمْ لَهُوَ خَيْرٌ لِّلصَّٰبِرِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborYoo haaloo bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaa. Yoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha.