وَٱصْبِرْ وَمَا صَبْرُكَ إِلَّا بِٱللَّهِ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُ فِى ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborObsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taane, Isaan irratti hin gaddin, Tooftaa isaan baasan irraa dhiphina keessatti hin ta’in.