caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 23

Mecca · revelation order 51 · 10:23

فَلَمَّآ أَنجَىٰهُمْ إِذَا هُمْ يَبْغُونَ فِى ٱلْأَرْضِ بِغَيْرِ ٱلْحَقِّ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ إِنَّمَا بَغْيُكُمْ عَلَىٰٓ أَنفُسِكُم مَّتَٰعَ ٱلْحَيَوٰةِ ٱلدُّنْيَا ثُمَّ إِلَيْنَا مَرْجِعُكُمْ فَنُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroma Inni nagaa isaan baase, isaan yoosuu haqaan ala dachii keessatti daangaa dabru. Yaa namootaa! Daangaa dabriinsi keessan lubbuulee keessan irratti. Qananii jireenya addunyaa (xiqqoo qananiitu), Sana booda deebiin keessan gara keenyattii, Nuti waan isin dalagaa turtan isinitti himna.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70